HOME

About Me

Hi, I’m Lillie. Previously a magazine editor, I became a full-time mother and freelance writer in 2017. I spend most of my time with my kids and husband over at The Brown Bear Family but this blog is for my love of food and sharing my favorites with you!

Subscribe to My Blog

Get new content delivered directly to your inbox.

Recent Posts

Artii fi Waloon Qabeenya Sabaati! (Ibsa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO) Amajjii 20, 2022 — Kichuu

Artii fi Waloon Qabeenya Sabaati! (Ibsa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO) Amajjii 20, 2022 ODUU Hatattama iccitii Jabdu Lammaa magarsa fi Abiy wajiin hojacha jiran laman galu kuno|Moha Oromo ODUU GAMACHISA AMAJJI 20, 2022  Jaal Maroon Finfinneti [Read More] Artii fi Waloon Qabeenya Sabaati! (Ibsa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO) Amajjii 20, 2022 — Kichuu

AWALCHI GAMEESSA GOOTICHA ARTIST NUHOO GOOBANAA NAGAHAAN RAWATAME.

AWALCHI GEGGEESSAA GAMEESSAA FI GOOTICHA WEELLISAA NUHOO GOOBANAATIIF MALU GODHAMEEF. Cophatimes,Amajjii 20/1/2022.   Sirni Awwaalcha Artist jaalatamaa fi kabajamaa Nuhoo Mohammed Goobanaa nagahaan raawatame. Gameessi oromoo wellisaa fi qabsaawaa,falmaan mirgaa fi bilisummaa sabaa guyyaa kalee du’aan boqochuun isaa niyaadatama.

SEENAA GABAABDUU WEELLISAA NUUHOO MOHAMMED GOOBANAA BARA1952 – 2022.

Cophatimes,Amajjii,19,2022. SEENAA ARTISTNUUHOO MAHAMMAD GOOBANAA1952 – 2022 Abbaa Urjiitiin: Ji’a Hagayyaa tan bara 1952-a, gaafa Mahammad Goobanaa ilmii barsiisuuf Dirree Dhawaa-rraa gama ganda Warra Alii kan magaalaa xiqqoo Laga Mixee bira jirutti godaanu, Haati Warraa, Faaxumaa Aadam, ulfa ji’a shanii garaa qabdi ture. Jiruu magaalaa guddoo keessaa baatee tan ganda baadiyaa xiqqoo tiin odoo wal … Continue reading SEENAA GABAABDUU WEELLISAA NUUHOO MOHAMMED GOOBANAA BARA1952 – 2022.

More Posts